At Faith Community, we want everyone to have a place to belong, grow, and experience the love of Jesus. The Oromo Evangelical Church of Las Vegas is designed for Oromo-speaking individuals and families to connect with God and with one another in meaningful ways.
Faith Community keessatti namni hundi bakka itti kan isaa ta'e, guddachuu fi jaalala Yesus akka argatu barbaanna. Waldaan Warra Wangeelaa Oromoo Laas Veegaas namoota dhuunfaa fi maatiin Afaan Oromoo dubbatan karaa hiika qabuun Waaqayyoo wajjinis ta’e walii wajjin akka wal qunnamaniif kan qophaa’edha.